Telegram Group Search
Forwarded from Turullee Dhugatu Mo'ata
#Magaalaa_Wolisoo

#Godina_Shawaa_Kibba_Lixaa
#Magaalaa_Wolisoottii
#Guyyaa 28/06/2024 or 21/10/2016tti Salaata Juma'aa boodaa fi Salaata Asraa Booda hubannoo gabaabaa akkaataa #Islaamummaa_Addunyaan itti geessuu danda'an irraatti hubannoo bareeda kennuun, leenjii guddaan Akka wolitti deebi'uu qabnu wolii galuun sagantaan keenna haala bareedan goolabnee gara sagantaa itti aanutti ceenee jirraa. Alhamdulillaah. Tuun tana tuun ganaa. Inshaa Allah


https://www.tg-me.com/Xaaliburidallah
Forwarded from Turullee Dhugatu Mo'ata
#Magaalaa_Wolqixxee

Hawaasa jiraattota #Magaalaa_Wolqixxee (sabaa fi sablammoota gara garaa ta'aniif)
#Guyyaa 29/06/2024 or 22/10/2016tti Salaata zuhrii boodaa fi Salaata Asraa Booda hubannoo gabaabaa akkaataa #Islaamummaa_Addunyaan itti geessuu danda'an irraatti hubannoo bareeda kennuun, leenjii guddaan Akka wolitti deebi'uu qabnu wolii galuun sagantaan keenna haala bareedan goolabnee gara sagantaa itti aanutti ceenee jirraa. Alhamdulillaah. Tuun tana tuun ganaa. Inshaa Allah

https://www.tg-me.com/Xaaliburidallah
Audio
#Kutaa_Tokkoffaa

Ibsa Hiikkaa Qur’aana kabajamaa #Suuraa_Maryam 19:71-72
Ustaaza Keenna Ustaaz #Abu_Abdallaah nuuf qophaaye qaamaa qalbiin hordofaa hiriyoota keessaniis #sheer_taasisaa. Mindaa keessan Rabbiin duniyaa fi Aakeratillee milkii haa taasisuu. 👇

وَإِن مِّنكُمْ إِلَّا وَارِدُهَاۚ كَانَ عَلَىٰ رَبِّكَ حَتْمًا مَّقْضِيًّا

ثُمَّ نُنَجِّى ٱلَّذِينَ ٱتَّقَوا۟ وَّنَذَرُ ٱلظَّٰلِمِينَ فِيهَا جِثِيًّا

https://www.tg-me.com/Xaaliburidallah
Forwarded from Xaaliburidallah Hussen
As-salaamu Aleeykum Worahmatullah Wobarakaatuhuu

#Oduu_Gammachiisaa Hawaasa keenna hundaaf

Gaafiiwwan Warroonni Islaamummaan ala jiran, yookaa hubatuu fi yookaa qajeelfama murtaddiiwwan mallaqaan bitamaniitiin gowwoomanii itti fakkeeffame Islamumman qeequuf gaafatan kamuu, guyyaa hara'aa irraa eegaltanii, garee #Daandiin_Sirrii_yoomuu_Ifa jedhu irraatti dhiheeffatuu ni dandeettu. Gaafiileen dhihaatan kamuu hayyoota bebbeekkamoo fi ibsa quubsaa kennuu danda'anii guyyaa hara'aa irraa eegalee ni keessummaayu. Woliif sheer taasisaa.

https://www.tg-me.com/+UxbPIJIEff6g4m6F
2024/07/04 05:54:25
Back to Top
HTML Embed Code: